1 00:00:10,800 --> 00:00:15,550 10 Beekkomsa 10n dinqisiisaa waayee masiih Islaama keessatti kan ati hinbeeyne 2 00:00:16,350 --> 00:00:23,100 Hedduun kiristaanaa muslimtoonni masiih nijibban jedhanii yaadu. Yookaan hinjaalatan jedhanii yaadu.yookan akka kiristaanni 3 00:00:23,900 --> 00:00:27,850 Nabi Muhammad laalanitti laalan jedhanii yaadu. 4 00:00:28,350 --> 00:00:38,750 Ammoo dhugaan jiru faallaa kanaati. Kunoo dhugaa 10n tan islaamni waayee masiih dubbate, tan ati beekuu dhabuun malu 5 00:00:39,350 --> 00:00:47,450 1ffaa-seenaan masiih qur'aana keessatti akkoo isaa jaartii Imran irraa jalqabamte. 6 00:00:47,500 --> 00:00:57,600 Tan intala isii ibaadaa Rabbiitiif qodhaa goote. Nazriin isiitis maryamiin (haadha masiih)n mirkanooyte. 7 00:00:57,650 --> 00:01:07,100 Tan caaltuu dubartii jaarraa isii taate. Uumaa Rabbii filatamoo keessaa takka tantaate. Qur'aana keessatti Akkana jechuu dhufe.  8 00:01:07,800 --> 00:01:15,200 Yeroo jaartiin Imran jette yaarabbii kiyya Ani waan garaa kiyya keessaa qulqulleessee qodhaa siif godhe. 9 00:01:15,250 --> 00:01:23,300 Narraa qeebali ati dhagayaa beekaadhaa* 10 00:01:23,500 --> 00:01:31,570 Yeroo isii deesse yaa Rabbii Ani isii dubran Daye jette. 11 00:01:31,650 --> 00:01:34,650 Narraa qeebali ati dhagayaa beekaadhaa* 12 00:01:34,700 --> 00:01:38,600 Rabbiin irraa beekaadhaa waan isiin deesse, dhiirti akka dubraatii miti 13 00:01:38,800 --> 00:01:51,000 Ani isii maryam moggaase Ani isiifii hortee isiitis sheyxaana darbamaa taherraan sitti maganfadhaaf. 14 00:01:51,200 --> 00:01:58,050 Qeebaltii bareedduu Rabbi isii qeebalee guddina bareeda isii guddise 15 00:01:58,194 --> 00:02:02,400 Zakariyyaan isii horate 16 00:02:02,600 --> 00:02:10,100 Yeroma Zakariyyaan isitti diinqa olseene isii biratti hiree arge 17 00:02:10,300 --> 00:02:18,750 Yaa Mariyam kuni eessaa siif argame Jedheen, Rabbi biraayi jette 18 00:02:19,000 --> 00:02:26,850 Rabbiin abbaa fedhe herreegaan malee hiree hiraaf 19 00:02:27,150 --> 00:02:33,390 Maryam (haati masiih) yoggu 31 Qur'aana kabajamaa keessatti dubbatamte 20 00:02:33,700 --> 00:02:36,920 Dubartiin takkalleen maryam malee maqaan hindubbatamne 21 00:02:37,100 --> 00:02:43,650 Dubartiin muslimaa tamiyyu dubatamterra hedduudha. 22 00:02:44,200 --> 00:02:47,830 Hanga kitaaba kakuu haarawa keessatti dubbatamterra hedduudha. 23 00:02:48,250 --> 00:02:54,300 Beekkomsa dabalataa qur’aana keessa suuraa maqaa maryamiin moggaafamteetu jira. 24 00:02:54,400 --> 00:03:00,000 Isiin suuraa lakkoofsa 19ffaadha. Ammuma internet irratti salphumatti qara’uu dandeessa. Isiin fuula 6qofa. 25 00:03:00,520 --> 00:03:05,100 Sadaffaa: akka muslimtoonni amananitti iisaan nabiyyi Rabbii qofa osoo hintahin. 26 00:03:05,200 --> 00:03:15,900 Inumaa nabiyyoota shaman filatamoo Rabbiin namatti erge keessa tokko inni, kanneen ulul azmi (warra sadarkaa ol’aanoo) jedhaman keessa tokko. 27 00:03:16,950 --> 00:03:23,500 Inumaa iimaanni muslimtichaa hin mirkanaawu hanga iisaan gabrichaafii nabiyyii Rabbiitii dhuga’oomsutti. 28 00:03:23,600 --> 00:03:28,010 Qilleensa uumaa Rabbiirraa taheefii jecha isaa kan inni gara mariyamitti darbeedha. 29 00:03:28,600 --> 00:03:33,940 4-afraffaa: dhalatuu dubrummaa: muslimtoonni masiih dhaloota dubrummaa abbaa malee haadha qofarraa dhalate jechuu dhuga’oomsu. 30 00:03:34,000 --> 00:03:39,700 Kuni mallattoo dandeettii Rabbii ibsitu, masiihiifii haadha isaa maryamis sadarkaa olfuudhuuf. 31 00:03:40,100 --> 00:03:49,300 Haadha isaa tan rakkisaa ummata isiirratti obsite. Qur’aana keessatti waan dubbatamee keessaa 32 00:03:50,000 --> 00:04:02,850 “akkamitti ilmi naaf argama kanamni dhiiraa nantuqin, kan sagaggaaltus hintahin”. 33 00:04:03,350 --> 00:04:09,040 5-shanaffaa: masiih ulmaa isaa keessatti haasaye, tuni mu’ijizaa isaa tan duraati taate. 34 00:04:09,200 --> 00:04:16,380 Raga nabiyyummaa isaati taate. Mee jecha isaa kan inni ulmaa keessatti haasaye dhaggeefadhu. 35 00:04:17,100 --> 00:04:26,400 “ gara isaatti akeekte, nama dhalattuu ulmaa keessa jiru akkamitti dubbisna jedhan 36 00:04:26,500 --> 00:04:34,880 Ani gabricha Rabbiiti kitaaba naaf kenne, nabiyyii nagodhe jedhe. 37 00:04:35,100 --> 00:04:45,340 Eessallee jiraadhu barakaawaa nagodhe, salaataafii zakatti na ajaje waan jiraadheen. 38 00:04:45,450 --> 00:04:58,300 Haadha tiyyatti tola oolaa na taasise, hoongawaa hammaataa nan goone, nageenyi narratti tahe guyyaa dhaladhe, 39 00:04:58,350 --> 00:05:02,850 Guyyaan du’uufii guyyaan jiraachifamee kaafamus. 40 00:05:03,500 --> 00:05:09,150 Jahaffaan hojiin masiih islaama keessatti qajeellotti ibsamtee jirti. 41 00:05:09,250 --> 00:05:15,080 Sunis Rabbii tokkicha shariika hinqabne gabbarutti nama yaamuudha. 42 00:05:15,100 --> 00:05:26,450 “waan ati itti na ajajje malee isaaniin hinjenne rabbi gooftaa kiyyaafii keessan tahe gabbaraa. 43 00:05:26,500 --> 00:05:36,000 Hanga isaan keessa turetti raga isaanirratti bahaa taheetiin jira. 44 00:05:36,100 --> 00:05:50,600 Eega nadeemsiftee ati isaanirratti eegaa taatee jirta, ati waan hundarratti raga bahaadha. 45 00:05:50,750 --> 00:05:55,730 Ammallee hojiin isaa nabi Muhammad dhufuun ummata gammachiisuudha. 46 00:05:56,450 --> 00:05:59,250 “yogguu iisaa ilma maryam jedhe 47 00:05:59,300 --> 00:06:11,900 Yaa ilmaan israa’iil ani isinitti ergame ergamaa Rabbiiti 48 00:06:11,950 --> 00:06:18,650 Towraat naduraa dhuga’oomsaadha, gammachiisaadha ergamaa 49 00:06:18,741 --> 00:06:29,700 Na boodaan dhufu kan maqaan isaa ahmadiin, yogguma ragaan isaanitti dhufe 50 00:06:29,750 --> 00:06:35,000 Kuni falfala beekamaadha jedhan. 51 00:06:35,250 --> 00:06:42,750 7-torbaffaa: muslimtoonni mu’ijizaa masiih nidhuga’oomsan, inni du’aa jiraachise. 52 00:06:42,800 --> 00:06:44,800 Eeyyeen akkuma dhageesse sani. 53 00:06:44,820 --> 00:06:52,000 Shimbirroo dhoggee irraa tolfamtetti afuufee shimbira dhugaa taati. 54 00:06:52,051 --> 00:06:54,900 Eeyyeen akkuma dhageesse sani. 55 00:06:55,250 --> 00:07:01,866 Inni nama dhukkuba qomaaxaatiin qabames, kan jaames, dhukkuboota biros fayyisuu ture, kuni hundinuu hayyama Rabbiitiini. 56 00:07:02,600 --> 00:07:07,400 Saddeetaffaa: muslimtoonni masiih yeroo dubbatan nageenyi isarratti haatahu jedhu. 57 00:07:07,700 --> 00:07:15,200 Jechi kuni kan yeroo maqaa nabi Muhammad muusaafii ibraahiimiifii anbiyoota biro hundaawu dubbatan jedhdaniidha. 58 00:07:15,300 --> 00:07:19,320 Kana keessatti isaan hunda kabajuutu jira. 59 00:07:19,600 --> 00:07:34,050 Saglaffaa:masiih hinfannifamne, Rabbiitu olisafuudhe: tuni dhugaa jirtu tan rabbiin qur’aana keessatti nuuf hime. 60 00:07:34,150 --> 00:07:42,200 Sababaa jecha isaaniitiif nuti masiih iisaa ilma maryam ergamaa Rabbii ajjeefne. 61 00:07:42,500 --> 00:07:48,440 Waa isa hin ajjeefne isa hin fannifnes garuu isaanirratti walfakkaate. 62 00:07:48,441 --> 00:07:54,378 Warreen waayee isaa keessatti waldhaban sehaa keessatti tahan. 63 00:07:54,578 --> 00:08:04,300 Waayee isaa keessatti beekkomsa tokkollee hinqaban sehaa hordofuu malee qabatamatti waa isa hin ajjeefne. 64 00:08:04,512 --> 00:08:11,500 Rabbiitu gara isaatti ol isa fuudhe, Rabbiin injifataa ogeessa tahee jira. 65 00:08:11,600 --> 00:08:18,450 Kurnaffaa: dinqisiisa dhumaa: muslimtoonni masiih zamaza boodaa deebiee akka dhufu ni dhuga’oomsu. 66 00:08:20,200 --> 00:08:22,350 Masiih samirraa marraa biro bu’uuf jiraata, masiih ddajjaal ni ajjeesa. 67 00:08:22,974 --> 00:08:32,400 Haqaafii toltuu umata jiddutti tamsaasa hanga qabeenyi guddatee namni fudhatu hin argamnetti. 68 00:08:32,500 --> 00:08:38,790 Jecha yahuudaan isa fannifte jedhu kijibsiisee masqala caccabsa. 69 00:08:39,184 --> 00:08:44,950 Karkarroo warri amantii masiih jallisee nyaate nifixa. 70 00:08:45,600 --> 00:08:49,300 Barnoonni kurnan kun si dinqisiise interneet seeni. 71 00:08:49,350 --> 00:08:54,700 Waayee masiih qur’aanniifii nabi Muhammad maal akka jedhan barachuu nidandeessa. 72 00:08:54,800 --> 00:08:57,485 Waayee kana keessatti muslimtoonni maalitti akka amanan nihubatta. 73 00:08:58,200 --> 00:09:02,890 Barnoota guddaa sidinqisiisu achii akka argattu waadaan siiseena.