Share video :
Jaartii heddummeessuu moo sanyoo heddummeessuu?
Olola warren maalummaa islaamaa hin hubatin hafarsan keessaa islaamummaan dubartii xiqqeessuuf afur fuudhuu hayyame jedhan. Fiilmii kana keessatti waayee kanarratti dhugaa jiruutu ibsame. Akkasuma kabajaa dubartiin gaaddisa islaamaa jalatti gonfatteetu ibsame. Akkamitti akka qaroominni jaarraa kanaa dubartii kabajaa irraa mulqitee meeshaa daldalaa isii fakkeessiteenis ni ibsama.
Download
Video Translations
العربية watch
English watch
한국어 watch
português watch
русский watch
简体中文 watch