Share video :
Beekkomsa 10n dinqisiisaa waayee masiih Islaama keessatti kan ati hinbeeyne
Kuni beekkomsa hubannoo 10 Kan sadarkaa masiih islaama keessatti qabu ibsuudha. Nama dhugaan masiihiifii haadha isaa Maryam jaalatuuf dhiheessina. Kuni raga muslimtoonni isaan kana lameen jaalachuufii kabajuuti. Kanaan malee iimaanni muslimaa hinguutamu. Barnoonni kuni Nama haqaa yaadu hunda -akka muslimtoonni nama kamiiyyuu caalaa masiih jaalataniifii kabajan-nihubachiisa. Jaalalli masiih kandhugaa gama islaamummaa akka oofee nugeessu beekamaadha.
Download
Translation File ( SRT )
HD Version
Video Translations
العربية watch
English watch
español watch
Filipino watch
русский watch
සිංහල watch